Ethiopia
Operating Hours
Monday to Friday: 9 AM - 6 PM
Akkamitti Marsariitii/website irraa google AdSense fayyadamuun galiin argama? Google AdSense hoo maali


Obsa Entertainment
Home
 
About
 
Services
 
Blog
 
Contact
Engaging European Football Coverage
Football kits
Welcome to Obsa Entertainment
At Obsa Entertainment, we are passionate about delivering the latest and most comprehensive coverage of European football. With a focus on the top leagues from England, Italy, and Spain, we keep fans informed and engaged with news, match highlights, and expert analysis.
Join Us Now
 
Learn More 
Akkamitti Marsariitii/website irraa google AdSense fayyadamuun galiin argama? Google AdSense hoo maali?

 Obsa t
 
 October 14, 2025
Uncategorized

Google AdSense tajaajila google'n uumeedha. Inniniis miidiyaa hawaasummaa websaayiitii, blogii fi YouTube qofaaf kan hayyamameedha. Namni tokko yoo websaayitii uume, erga dawwattoota (traffic) gahaa argatee booda, google irraa beeksisa(ads) fudhatee irratti  maxxansuu danda'a. Beeksisni sun yeroo namni irratti cuqaase ykn yeroo daawwatee qarshii xiqqoo argamsiisa. Qarshiin sun waliitti qabamee guddata
1.Akkaataa Adeemsa itti jalqabnu
)Website Uumuu
weebsayiitii uumuu jalatti wantoonni nu barbaachisan;
Domain: websaayiitii uumuun dura maqaa gaarii jennee yaannu filachuu (fkn, tirushop.com) kun immoo domain jedhama.
b) Hosting: Iddoo websaayiitii kee qubaachiiftu si barbaachisa waan ta'eef isa filachuu kuniis hosting jedhama.  Isaan kanneenis kan akka Hostinger, Bluehost, SiteGround fi kkf fayyadamuu dandeessa.
C) Content Filachuu: Google AdSense tajaajila keetiif hayyama kennuuf, content (qabiyyeen) kee qulqulluu fi namoota dawwataniifis bu'a qabeessa ta'uu qaba. Barruulleen haqa qabeessii fi gaariin ati qopheessituus bal'inaan qophaa'u akkasumaas Afaan sirrii, jecha qulqulluu fi hiika kan qabu fayyadamuu qabda. Qabiyyeen keetiis tajaajiloota barbaachisoo ta'an kanneen akka Barumsaa, teknooloojii, fayyaa, seenaa fi kkf yoo ta'e baay'ee filatamu.
d) Daawwattoota (traffic) aragachuu: Erga namni qabiyyee ati qooddu baay'inaan daawwateen booda dhaabbani Google qarshii siif herrega. Kanaaf; SEO (Search Engine Optimization) fayyadamuu jechoota barbaadaman (keywords) qindeessi, akka google irratti salphatti argamuuf.
Miidiyaa Hawaasummaa ( Facebook, Telegram, Tiktok, fi what's up ) fayyadamuu geessituu/ link content qopheessitee namootaaf qoodi.Akkasumaas Website networking website biroo wajjiin walitti hidhuu.
2.Google AdSense irraa Hayyama Argachuu
Websaayiitii kee erga qopheessiteen booda, gara AdSense.com deemuun application galchuudha. Ergasii google websaayiitii kee sirritti ilaaluun qulqullina fi daawwattoota qabaachuu akkasumaas, seera isaanii sirritti eeguu erga mirkaneesseen booda siif eyyamuun beeksisa (ads) irratti maxxansuu siif hayyama.
3.Qarshii irraa argachuu
Namoonni yommuu website kee daawwatan ads irratti yoo cuqaasan (CPC-Cost Per Click) fi yeroo daawwatu (CPM-Cost per 1000 views) irratti hundaa'uun qarshii siif lakkaawu jalqaba. Fkn, yoo namni 1000 website kee banee ilaale, kaffaltaa Yuuroo( 5€-€50) argachuu yookiin Qarshii (1000ETB-10000ETB) siif lakkaawa.
Hub: Garaagarummaan kaffaltaa kun kan uumamaan namoota websaayiitii keessan yommuu daawwatan ads irratti cuqaasanii fi biyyoota isaan irraa daawwatan irratti hundaawa. Kanaaf daawwattoota xiqqaa yoo qabaatte kaffaltaanis xiqqaa ta'a.
4.Seera Google AdSense Eeguu
Google'n seera cimaa qaba ads websaayiitii keetii irratti ofiif cuqaasuu hin gootu yoo goote si adaba. Content dhoorkaa ta'e yookiin faallaa seera google yookiin dhugaa qabatamaan jiru soba ja'u irratti siif hin hayyamu. Ads iddoo sirrii hin taane irratti maxcansuu hin qabdu. Yoo irratti deddeebitee seera cabsite account keetiis cufuu danda'a.
5.Mala Dabalataa Qarshii Kee Itti Gudduftu
Malli kunniniis;
a) Niche Filachuu: Kana jechuunis content google AdSense irratti fudhatamummaa fi jaalatamummaa guddaa qaban kanneen akka odeeffannoo teknooloojii, Finance, fayyaa fi barumsaa yoo maxxansite daawwattoota xiqqaa irratti kaffaltaa guddaa siif kaffala.

b) content dheereessuu: Barruulee bal'aa fi hubannoo gaarii qabu kan google irratti saffisaan ol bahuu danda'u maxxansuu.
c) Ads placement: beeksisa bakka namni salphaatti arguu danda'u kaa'uu (Jalqaba/jidduu/dhuma barruu irra).
6.Gufuuwwan si mudachuu danda'an
Yeroo fi Obsaan Marlee hin milkooftu. Hayyama dhaabbatichaa argachuutu cima. Kaffaltaa akka siif lakkaawu jalqabsiisuuf yeroo dheeraa fudhachuu fi cimuu danda'a.Kanaaf immoo nuti website tirushop.com monetize ta'een walitti hiinee websaayiitii isiniif banuun akkuma guyyaa isiniif banne irratti hojjachuu jalqabdan irraa isiniif kaffaltaa lakkaawu jalqabu gochuu dandeenya. Kanaas dhaabbanni google AdSense tirushop.com jalatti website monetize ta'e namoota 70'f akka banuu dandeenyu nuuf hayyamuu isaatiini. Namoota nuuf hayyamame kana keessaas gara namoota 64'f banuu dandeenye kan jirru yommuu ta'u amma carraa namoota 6'f banuu qabna waan ta'eef namoonni carraa gaarii hafe kanatti fayyadamuu barbaaddan 0969707070 irratti saffisaan bilbiluun galmoiftanii isiniif banuu kan dandeenyu ta'uu asumaan isinii ibsinaa itti fayyadamaa isinin dabrin.
Kanaaf immoo nuti website tirushop.com monetize ta'een walitti hiinee websaayiitii isiniif banuun akkuma guyyaa isiniif banne irratti hojjachuu jalqabdan irraa isiniif kaffaltaa lakkaawu jalqabu gochuu dandeenya. Kanaas dhaabbanni google AdSense tirushop.com jalatti website monetize ta'e namoota 70'f akka banuu dandeenyu nuuf hayyamuu isaatiini. Namoota nuuf hayyamame kana keessaas gara namoota 64'f banuu dandeenye kan jirru yommuu ta'u amma carraa namoota 6'f banuu qabna waan ta'eef namoonni carraa gaarii hafe kanatti fayyadamuu barbaaddan 0969707070 irratti saffisaan bilbiluun galmoiftanii isiniif banuu kan dandeenyu ta'uu asumaan isinii ibsinaa itti fayyadamaa isinin dabrin.
Hubannoo waa'ee Google AdSense kana caaluun hanga walitti deebinutti nagayaan nuuf turaa!
Share on Facebook
 
Share on Twitter
PreviousInshuraansii (Insurance): Hiikaa fi Akkaataa Hojii Isaa
Nextwaa’ee Forex Trading (Foreign Exchange Trading) kana beektuu? Daldalli Forex Trading maali?
Leave a Reply
Your email address will not be published. Required fields are marked *
Comment *
Name *
Email *
Website
Save my name, email, and website in this browser for the next time I comment.
Search
Search
Recent Posts
Waa’ee Cryptocurrency Hangam beektu? Daldalli Cryptocurrency maali? Akkamitti hojjatama?
waa’ee Forex Trading (Foreign Exchange Trading) kana beektuu? Daldalli Forex Trading maali?
Akkamitti Marsariitii/website irraa google AdSense fayyadamuun galiin argama? Google AdSense hoo maali?
Inshuraansii (Insurance): Hiikaa fi Akkaataa Hojii Isaa
Faayinaansii Dhuunfaa (Personal Finance) – Bulchiinsa Maallaqa Dhuunfaa
Recent Comments
Engineer Fintabas Esmael on waa,ee seenaa Liverpool
A WordPress Commenter on Hello world!
Archives
October 2025
Categories
Marketing
Uncategorized
Active Community Participation
At Obsa Entertainment, our mission is to provide unbeatable coverage of European football, engaging fans with real-time updates and expert analysis that enrich their viewing experience.
We are dedicated to bringing all football fans in Ethiopia closer to the action, ensuring they receive timely news and insights on their favorite leagues and teams.
Connect with Us
Submit

Obsa Entertainment
Obsa Entertainment is dedicated to providing engaging content and valuable insights for football fans in Ethiopia and beyond. Our mission is to deliver the latest news from European football leagues while fostering a community of enthusiasts.
 
 
 
Useful Links
Home
About
Services
Blog
Contact
Services
Latest News Updates
Match Analysis
Live Scores and Updates
Team and Player Insights
Fan Engagement
About Us
Services
About Us
Latest Updates
Get in Touch

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *